Fuulhaam 3 – 2 Liiverpuul
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaa har’a waaree booda taphatameen Fuulhaam galchii 3 fi 2n Liiverpuul injifate.
Liiverpuul yeroo jalqabaaf har’a tapha boqonnaa duraan galchii 3 keessummeessera.
Taphoota biroon Tootenhaam galchii 3 fi 1n Saawuuz Hampitan yoo injifatu, Cheelsiin Bireentiford waliin galchii malee qixa baheera.
#Oromia #Ityoophiyaa