Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Idi Alfaxir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Idi Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa geessan jedhaniiru.