Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’uu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasiin Itiyoophiyaa Jiibuutiitti argamu Dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaa waliin ta’uun lammiilee kanneen balallii lamaan gara biyyaa deebisuu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen eeraniiru.
#Oromia #Ethiopia