Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Magaalaa Finfinneetti Kabajamaa jiraachuun ibsame.
Saganticharratti Miseensonni Raayyaa Ittisaa waraanaa Itiyoo-Somaaliyaarratti hirmaatan,bakka buutonni Raayyaa Ittisaa, bakka buutonni Mootummaa fi Miseensonni Rippaabilikaa Kuubaa fi qooda fudhattoonni biroon argamaniiru.
Simmanyi Nigaatutu gabaase.