Hangafti Phaaphaasotaa Firaansiis boqochuu hordofee Pireezidaanti Taayyeen ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hangafti Phaaphaasota Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa Firaansiis addunyaa kanarraa du’aan boqochuu hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa gaddaa dabarsaniiru.
Firaansiis dhibee Daranyoo Sombaa isaan mudateen yaalamaa turuun guyyaa har’aa umrii waggaa 88ffaa isaaniitti dadhabbii addunyaa kanarraa boqochuun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia