Fana: At a Speed of Life!

Har’a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) – Har’a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra jedhan Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimad.

Kunis qaama imala biyyaalessaa gara ce’umsa diijitaalaatti taasifamuuti jedhan.

Bu’aan filannoos anii fi Itti Aantoonni Pireezidaantii amantaa fi itti gaafatamummaa haaraa nutti kenname murannoon akka raawwannu caalmaatti kan nu jajjabeessudha jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#0romiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.