Fana: At a Speed of Life!

Harar miseensa Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa taate

Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Harar miseensa Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa ta’uun ishee ibsameera.

Konfaransiin Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi Koongitti taa’amaa jiru, magaalaa Harar miseesummaadhaan simachuu eerameera.

Magaalaan Harar miseensa Federeeshinichaa ta’uun ishee, magaalota biroo waliin hariiroo akka cimsitu gargaara jedhame.

Dameen Tuuriizimii caalmaatti akka si’oomu carraa guddaa kan uumu ta’uu f Pireezidaantiin mootummaan naannoo Hararii Ordiin Badirii ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanin dabarsaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.