Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni dhimmoota adda addaarratti gaaffiilee qabu akka dhiyeessan gaafatame

Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira Muummee waamicha dhiyeesseera.

Hoggantoonni dhimmichi ilaallatu bakka argamaniitti gaaffiilee dhiyaataniif deebii fi ibsi kan itti kennamu ta’uu beeksiseera.

Haaluma kanaan hawaasni Boruu eegalanii karaa fuula miidiyaa hawaasummaa Waajjira Ministira Muummeen gaaffiilee qabu akka dhiyeessan gaafatameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.