Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri Ummataa Hidhattoonni hafan akka galan gaafatu gaggeeffame

Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Hiriirri Ummataa hidhattoonni WBO hafan akka galan gaafatu Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.

Hiriirri kun hidhattoota waamicha karaa nagaa taasifameef owwaachuun galan kan galateeffattuu fi kanneen bosonatti hafan akka karaa nagaa filachuun galan kan gaafatu ta’uun eerameera.

Haaluma kanaan Godinaalee Boorana Bahaa, Qellem Wallagaa, Arsii, Godina Shawaa Kaabaa fi kanneen birootti hiriirichi gaggeeffamuu ragaan kominkeeshinii godinaaleerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.