Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.

Daawwannicharratti Hogganaa Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Leetenaal Jeneraal Xigaabuu Yilmaa dabalatee hoggantoonni sadarkaan jiran biroon hirmaataniiru.

Giddugalichi sadarkaa qaroominaa Itiyoophiyaan irra geesse kan calaqisiisuu fi bu’aa qabeessummaa ergama nageenya biyyaa eeguu kan mul’isu akka ta’e daawwattoonni ibsuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.