Fana: At a Speed of Life!

Hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa waaraan mirkaneessan hojjetamaa jiru – Obbo Adam Faaraahi

Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa waaraan mirkaneessan bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi ibsan.

Yaadama Paartii Badhaadhinaa bu’uureeffachuun naannawaalee garaagaraatti hojiileen misoomaa fayyadamummaa ummataa waaraan mirkaneessan bal’inaan hojjetamuu
Obbo Adam Faaraahi fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin bsaniiru.

Akka fakkeenyaattis Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaatti saganataa Maaddii Guutuun hojiileen bu’aa qabeessi dargaggootaaf carraa Hojii uuman hojjetamaa jira kaasaniiru.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.