Fana: At a Speed of Life!

Hojiin nageenyaa magaalichaa gamaaggamame

Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee nageenyaa baatiiwwan 9 darban magaalichatti hojjetaman gamaaggamaniiru.

Hojiileen nageenyaa guddinaafi jijjiirama magaalichaa gitan waan hojjetamaniif bu’aa gaariin galmaa’uu ibsaniiru.

Hojimaata qindaa’aa cimsuun sosochiilee yaaddoo nageenyaa ta’uu danda’an dursanii adda baasuun, uummata kallattiin hirmaachisuun yakka ittisuurratti hojiilee hedduun hojjetamuus dubbataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.