Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsa daandii Aspaaltii Naqamtee-Angar Guttin-Andoodee yeroo gabaabaa keessatti  xumuruuf hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Ijaarsa daandii Aspaaltii Naqamtee-Angar Guttin-Andoodee yeroo gabaabaa keessatti  xumuruuf hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi Daandiiwwanii Itiyoophiyaa beeksise.

Piroojektichi dheerina kiiloomeetira 86.1 kan qabu ta’uu ibsameera.

Ijaarsa daandichaaf baajatni Birrii biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 900 fi miiliyoonni 48 fi kumni 400 fi kumni 46 ramadamuu eerameera.

Baasiin kunis Baankii Addunyaan kan uwwifamu ta’uu ragaan bulchiinsicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.