Fana: At a Speed of Life!

Imalli badhaadhinaa Itiyoophiyaa kan hinhafnedha-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Imalli badhaadhinaa Itiyoophiyaa kan hinhafneedha jedhan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa fi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, “Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’a eegalleerra. Imalli badhaadhinaa Itiyoophiyaa kan hinhafneedha” jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.