Ispoortii
Dorgommii Adiidaas Jarmanitti gaggeeffameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Dorgommii Adiidaas Adiizeeroo guyyaa har’aa Jarmanitti gaggeeffameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan.
Dorgommii fiigicha kiiloomeetira 5 dubartootaan Madiinaa Iisaa yoo injifattu, atileet Footyan Tasfaay fi atileet Galaa Hambassee 2ffaafi 3ffaa ba’aniiru.
Dorgommii fiigicha kiiloomeetira 5 dhiirotaan…
Read More...
Piriimeer liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Taphoota piriimeer liigii Ingilaandi torbee 34ffaan har'a taphoonni murteessoon ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa argachuuf morkachaa kan jiru Cheelsiin har’a saa'atii 8:30…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen Dambi Doolloon galchii 2 fi 1n Kutaa…
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Walaayittaa Diichaa waliin ni morkata
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbuuf boru falmiin Walaayittaa Diichaa waliin gaggeessu hawwiin eegama.
Waancaa Itiyoophiyaa bara 2017 Bahir Daar…
Morkii jabaa boru Baarseloonaa fi Riyaal Maadriid gidduutti gaggeeffamu
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Morkiin Eelkilaasikoo tapha Waancaa Kooppaa ‘Del Rey’ Baarseloonaa fi Riyaal Maadirid gidduutti boru gaggeeffamu hawwiin eegama.
Masaanummaa siyaasaa hanga kubba miilaatti kan itti fufu tapha waancaa…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Ginciin Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Ginciin Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifateera.
Tapha har’a waaree dura sa’aatii 4:00 eegalee taphatameen Ginciin galchii 1 fi 0n…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Gullisoo injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a waaree booda taphatameen Leeqaan Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa fooyyeeffate.
Leeqaan galchii 2 fi 1n Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa gara…