Ispoortii
Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 fooyyeessite ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha meetira kuma 5 fooyyeessite ragga'uu ibsameera.
Fiigicha Daayimand Liigii Ameerikaa Iwujanitti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 riikkardii fooyyeessuun kan yaadatamuudha.
Riikkardiin isheen galmeessisite ragga'uu ragaan Atileetiksii…
Read More...
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Naqamteen Jimmaa Abbaa Bunaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Taphoonni Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 3ffaa kilaboota Lixa Oromiyaa walitti fide olaantummaa Kilaba magaalaa Naqamteen xumurameera.
Tapha har’a sa’aatii 7:00 irraa eegalee gaggeeffameen Kilabni…
Itiyoophiyaa 0 – 3 Burkiinaa Faasoo
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffameen Gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Burkiinaa Faasoon injifatame.
Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa…
Itiyoophiyaan Maalii 4 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Gareen kubbaa Miilaa dubartoota Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii tapha har’a Maalii waliin taphateen 4 fi 0’n injifateera.
Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii tapha…
Fiigichi Guddichi 23ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Guddichaa Itiyoophiyaa 23ffaan gaggeeffame.
Sirna jalqabsiisa dorgommichaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filataman
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantii Buunyaa Itiyoophiyaa, Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta'uun filatamaniiru.
Yaa'iin waliigalaa Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa 47ffaan Finfinnee galma…
Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sanadni waliigaltee eeyyama…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif qophii Olompikichaaf sanadni waliigaltee eeyyama Istaadiyeemii Shaakalaa itti gaggeessanii mallattaa'eera.
Istaadiyeemii Magaalaa Paaris…