Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoophiyaa 0 – 3 Burkiinaa Faasoo

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffameen Gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Burkiinaa Faasoon injifatame. Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa ramaddii 2ffaa har'a gita isaa Burkiinaa Faasoo waliin taphateen goolii 3 fi 0n injifatameera. #Oromiyaa…
Read More...