Ispoortii
Eevartan seera Faayinaansii Piriimaayer liigii darbuu isaan qabxiin 10 irraa hir’ate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Kilabni Marsiisaayid Eevartan seera Faayinaansii Piriimaayer liigii Ingilaandi darbuu isaan qabxiin 10 irraa hir’ateera.
Qorannoo fi hojii qulqulleessuu gaggeeffamaan kilabichi seera faayinaansii liigichaa darbuu isaan qabxiin 10 akka irraa hir’atu itti murtaa’eera.
Akkaataa seera liigichaan kilaboonni yakka…
Read More...
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Nagallee Arsii Dabre Birhaan injifate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa gaggeeffamaa jiruun Nagallee Arsiin Dabre Birhaan goolii 1fi 0n injifateera.
Nagallee Arsiin tapha 2ffaa isaan goolii 1fi 0n Dabre Birhaaniin yoo injifatu, Poolisiin…
Federeeshinichi tapha kaleessa Itiyoophiyaan Seeraaliyoon waliin taphatterratti komii dhiyeesse
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha kaleessa Itiyoophiyaan Seeraaliyoon waliin taphatterratti FIFA’f komii dhiyeesseera.
Haala qilleensaa tureen walqabatee Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa galchii bal’aan injifate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii B har’a Magaalaa Hawaasaatti taphatameen Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa Galchii 4-0n injifateera.
Kilabni magaalaa Shaggar liigichaan injifannoo Jalqabaa…
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Seeraaliyoon waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa jalqabaa gita isaa Seeraaliyoon waliin har'a ni taphata.
Moorookoo magaalaa Al Jaadiidaa Istaadiyeemii Al…
Atileet Tigisti Asaffaan filannoo badhaasa xumuraa Atileetii cimtuu waggaa 5 marsaa xumuraaf geesse
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatooniin riikkardii addunyaa kan fooyyeessite Atileet Tigisti Asaffaan kaadhimamtoota badhaasa waggaa Atileetii cimtuu marsaa xumuraaf geesse.
Atileetiksiin Addunyaa atileetota shan marsaa…
Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si'oominaan eegamaa ture qixaan xumurame
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4 qixaan xumurameera.
Siitiin yeroo sadi dursus…