Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dorgommii dubartotaa meetira 800’n atileetonni Tsigee Dhumaa fi Nigist Geetaachoo xumuraaf darban

Finfinnee, Bitootessa 13/2017(FMC)- Dorgommii dubartotaa meetira 800’n atileetonni Tsigee Dhumaa fi Nigist Geetaachoo xumuraaf darban. Dorgommii shaampiyoonaa atiletiksii addunyaa 20ffaa mana keessaa Chaayinaatti geggeeffamaa jiruun dorgommiin walakkaa xumuraa geggeeffameera. Haaluma kanaan dorgommii walakkaa xumuraa meetira 800 irratti kan…
Read More...