Ispoortii
Taphni Piriimer Liigii Itiyoophiyaa boru eegala
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Taphni Piriimer Liigii Itiyoophiyaa 2016 boru Istaadiyemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti ni eegala.
Piriimer Liigichi sa’aatii 9:00 irratti tapha Kilaba Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa fi Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa gidduutti gaggeeffamuun kan eegalu ta’uun…
Read More...
Atileet Tigist Asaffaaf simannaan taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Barliin 49ffaan riikkardii addunyaa fooyyeessuun kan injifatte Atileet Tigist Asaffaaf Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti simannaan taasiifameera.
Ministir Deetaan…
Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen xumuraaf darbe
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen Madin Itiyoophiyaa injifachuun xumuraaf darbeera.
Tapha walakkaa xumura har’a taphatameen Hadiyyaan Madin Itiyoophiyaa…
Morkiin darbii Kaaba Landan qixaan xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Morkiin darbii Kilaboota masaanuu Kaaba Landan 194ffaan qixaan xumurameera.
Morkiin darbii Kilaboota Masaanuu kaaba Landan har'aa saatii 10:00 irraa eegaluun dirree Filaay Emireetiitti Arsenaalii fi…
Kilaboonni Darbii Kaaba Londan har’a si’a 194ffaaf waliin morkatu
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Kilaboonni Masaanuu kaaba Londan har'aa saatii 10:00 irraa eegaluun dirree Filaay Emireet irratti Arsenaal Tootinhaam waliin morkiin taasisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan gahuumsa gaariirratti argamuun…
Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Barliin riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Atileet Tigist Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Jarman Magaalaa Barliinitti dubartoota gidduuttii gaggeeffame riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte.
Atileet Tigist fageenyicha sa'aatii 2:11:53…
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Sagantaan Ispoortii Hundaa gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti sagantaan sosochii Ispoortii mata duree' Ispoortii hundaa fayyummaa hawaasaatiif! jedhuun gaggeeffameera.
Hawaasa fayya buleessa qabaachuun…