Ispoortii
Dursaan taphattoota Arsenaal Maartin Odegaard waliigaltee waggaa 5 mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu lammii Noorway Maartin Odegaard Arsenaal waliin waliigaltee waggaa 5 mallatteesse.
Taphataan sarara gidduu Arsenaal dargaggeessi umrii waggaa 24 Odegaard Arsenaaliif taphoota 112 taphatee goolii 27 galchuun yeroo 15 ammoo kubbaa gooliif ta'u mijeesseera.
Arsenaal seenaasaa keessatti…
Read More...
FIFAn sadarkaa yeroo ammaa biyyoota Afrikaa ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Waldaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaa haala waqtaawaa sadarkaa garee Kubbaa Miilaa biyyoota Afrikaa ifoomseera.
Haaluma kanaan Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa miseensa FIFA ta’an 50 keessaa…
Luusiwwan tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa waancaa Afrikaa har’a ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophyaa tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a gita isaa Burrundii waliin ni taphatu.
Luusiwwan tapha gulaallii jalqabaa kan har’a…
Fiigicha Daandirraa ‘Rigaa 2023’ irratti Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Fiigicha Daandirraa Laatiiviyaa magaalaa Rigaatti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru.
Atileetoonni 347 fageenyoota 6 shaampiyoonaa ta’uuf ni dorgomu jedhame.…
Taphattoonni duraanii garee Kubbaa miilaa Itiyoophiyaa 2 du’aan boqotan
Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Taphattoonni duraanii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Isheetuu Gabirahiiwotii fi Tewoodiroos Asgadoom du’aan addunyaa kanarraa du'aan boqotan.
Bara 1950 fi 60’oota keessa garichaaf kan…
Arsenaal waggoota 6 booda tapha Shaampiyansi Liigii jalqabaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Kilabnii Kaaba Laandan Arsenaal turtii waggoota ja’aa booda tapha Shaampiyansi Liigii jalqabaa kilabaa Neezarlaandi PSV Indihoovaan waliin har’a galgala ni taphata.
Arsanaal yeroo xumuraaf Waltajjii…
Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu ibsameera.
Konkolaataan deddeebisa uummataa FSR…