Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphni Waancaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan eegalame

Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Kubbaa Miilaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti eegalameera. Taphni baniinsaa Baankii Daldalaa fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatamaa jira. Taphni Waancaa Finfinnee 17ffaan ramaddii lamatti qoodamuun kan gaggeeffamu yoo ta’uu, Bunni Itiyoophiyaa, Baankiin…
Read More...