Ispoortii
Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan tapha har’a Liidis Yuunaayitiid Weest Haam keessummeessuun eegalamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Liidis Yuunaayitiid Weest Haam waliin taphata.
Boru waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee Cheelsiin – Sandarlaandi, Niwuukaasiil ammoo Fuulhaam…
Read More...
Buna Itiyoophiyaa 2 – 1 Nageellee Arsii
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaan Bunni Itiyoophiyaa Nageellee Arsii injifate.
Bunni Itiyoophiyaa galchii 2 fi 1’n Nageellee Arsii injifateera.
Tapha torbee jalqabaarratti…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018(FMC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama.
Taphoota marsaa 3ffaa guyyaa 2ffaan har’a galgala sa’aatii 1:45 jalqabee…
Tapha Arsenaal fi Atileetiikoo Maadriid…
Finfinnee, Onkoloolessa11, 2018 (FMC) – Sagantaa Torbee 3ffaa Shaampiyeensi Liigii Awurooppaan har’a galagala taphoonni sagal ni taphatamu.
Taphoota jalqabaa har’aatiin sa’aatii 1:45 irratti Baarsaloonaan Olompiyaakosiin dirree isaa…
Atileet Shuree Damisseen fiigicha Maaraatoonii Tooroontoo Watar Firoonti injifatte
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Atileet Shuree Damisseen Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoo Watar Firoonti 2025 injifatte.
Atileet Shureen fageenyicha sa’aatii 2, daqiiqaa 21 fi sekondii 03’n xumuruun injifatte.
Atileet Almaaz…
Chelsiin Nootingaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2018(FMC) - Tapha Piriimiyeer Liigii Ingiliziin Chelsiin Notiingaam Foorestiin 3-0’n injifateera.
Tapha jalqabaa torbee 8ffaa Liigichaan Chelsiin kilabicha Dirre fi deggertoota isaa fuulduratti kan injifate.…
Atileet Ayinaalem Dastaa dorgommii fiigicha maaraatoonii Amistardam injifatte
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC)- Atileet Ayinaalem Dastaa dorgommii fiigicha maaraatoonii Amistardam 50ffaa injifatteerti.
Dorgommichaan Atileet Burtukaan Waldee fi Atileet Maqdas Shimallis 2ffaafi 3ffaa bahaniiru.
Bu’aa kana…