Ispoortii
Atileetonni Ityoophiyaa Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 darban
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Hangaarii Buudaapeestitti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiirotaan Atileetonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan Atileet Lammeechaa Girmaa fi Atileet Geetinnat Waalee dorgommii xumuraaf yoo darban,…
Read More...
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala.
Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha kiiloomeerira 10 dubartootaa gaggeeffamuun, Alteet…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru eegala
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru Hangaarii Magaalaa Budaapeesitti gaggeeffamuu eegala.
Fiigichi kiiloomeerira 10 dubartootaan halkan sa’aatii 3:55 irraa eegalee fiigamu si’oominaan…
Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a ni taphata
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a Kilaba Zaanzibaar KMKM waliin ni taphata.
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegaluu Taanzaaniyaa Istaadiyeemii Azaam…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan tapha har’a galgala Noootiingihaam Foorest Sheefiild Yuunaayitiid walin taphataniin eegalama.
Taphni Boru galgala sa’aatii 1:30 eegalee…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii ga’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii Magaalaa Buudaapeesit ga’eera.
Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara sana imaluu isaa ragaan Federeeshinii Atleetiksii…
Ingiliz dorgommii xumuraa Waanca Addunyaaf geesse
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Ingiliz tapha xumuraa Waanca Addunyaaf qaqqabuun ibsame.
Gareen dubartootaa Ingiliz Awustiraaliyaa 3 fi 1’n ijifachuun tapha xumuraaf qaqqabaniiru.
Gareen Biyyalessaa…