Ispoortii
Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Saayiinsii Ispoortii Haangaarii waliin hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Saayiinsii Ispoortii Haangaarii waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Gargaartuu Komishinaraa Atleet Daraartuu Tulluun durfamu Kongiraasii Atleetiksii Addunyaa 54 ffarratti hirmachuuf…
Read More...
Alhiilaal Neeymaariin mallatteessisuuf PSG’n waliigale
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Saa’udii Alhiilaal, Neeymaar Juuniyariin mallatteessisuuf Kilabaa Kubbaa Miilaa Faransaay PSG waliin waliigalteerraa ga’uun ibsame.
Hoggantoonni kilaboota lameenii taphaticha…
Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniif geggeessaan taasifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Atileetota Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniiniif sirni geggeessaa taasifameera.
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaan Hagayya 13-21,…
Arsenaal Nootiingihaam Forest injifate
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandaa torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Arsenaal Nootiingihaam Forest goolii 2 fi 1n injifateera.
Nikeetaan daqiiqaa 26' fi Bukaayoo Saakaa daqiiqaa 32' irratti…
Liiverpuul Mooysas Kayiseedoo maallaqa olaanaan mallatteessisuufi
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Liiverpool lammii Ikkuwaadoor taphata sarara gidduu, Mooyisas Kaayseedooniin Biraayitaan irraa seenaa jijjiirraa taphattootta Ingiliz keessatti gatii olaanaadha jedhameen mallatteessisuuf waliigalteerraa…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa bara 2016 Fulbaana 20, 2016 kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Kilaboota Ityoophiyaa bara 2016 Fulbaana 20, 2016 kan eegalu ta’uu ibsameera.
Taphni baniinsaa Madin Ityoophiyaa fi Bahir Daar gidduutti kan gaggeeffamu ta’uu eerameera.…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 boru ni eegala
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 tapha boru Barnileey Maanchiisteer Siitii keessummeessun ni eegalama.
Barnileey boru Sa’aatii 4:00 irraa eegalee Shaampiyoonaa Piriimaayer liigichaa…