Ispoortii
Sa’aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 galmeesse riikardii addunyaa ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Sa'aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandii Liigii Paarisiin galmeesse riikardii addunyaa ta'uun mirkanaa'eera.
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi Liigii Faransaay magaalaa Paarisitti fiiggameen Atleet Lammeechaa Girmaan daqiiqaa 7 fi sekondii 52 fi maayikiroo…
Read More...
Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa Landan Yuunaayitid waliin taphateen 4 fi 2’n injifateera.
Taphata Suraafeel Daanyaachoo, Shimallis Baqqalaa, Aschaalawu Taammanaa fi Yihuun…
Ityoophiyaan tapha michoommaan Gayaanaa injifatte
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaan Kilaba Gayaanaa goolii 2 fi 0n injifateera.
Shimallis Baqqalaan daqiiqaa 11' fi 76' irratti waaliyaawwaniif goolii…
Ityoophiyaa 6 – 1 Zaanzibaar
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii gita isaa Zaanzibaar goolii 6 fi 1n injifateera.
Garichi tapha Waancaa Bahaa fi Giddu galeessa Afrikaa Taanzaaniyaatti…
Gareen Kubbaa miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerkaa gale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerikaa galeera.
Garichi Ameerikaa Bulchiinsa Varjiiniyaa kan buufate yoo ta’u, guyyoottan ittaanaan shaakala akka taasisu eerameera.…
Biiniyaam Balaay fi Yooseef Taarraqanyi taphatoota Urjii ta’uun filaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Qiddus Giyoorgis Biiniyaam Balaay Piriimerliigii Beetkiingii Ityoophiyaa bara 2015 taphataa urjii ta’uun filame.
Waldaan Taphattoota Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa akka…
Ityoophiyaan Burundii 2 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Dubartoota umrii 18 gadii “CECAFA”n, Ityophiyaan 2 fi 0’n Burundii injifatte.
Immuush Daani’eel gooliiwwan boqonnaa duraa fi boqonnan booda lakkoofsifteen Ityoophiyaan…