Ispoortii
Saalaaddiin Sa’iid tapha dhaabe
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Kilaboota Kubbaa Miilaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Ityoophiyaa waggoota hedduuf tajaajilaa kan ture Saalaaddiin Sa’iid taphaa dhaabuun ibsame.
Saalaaddiin waggoota 15’f garee biyyaalessaa Ityoophiyaa fi kilaboota gargaraa keessattii taphataa kan turee fi waggaa 37ffaa isaatti tapha dhaabuu Sookar…
Read More...
Inter Maayaamiin tikkeetii tapha jalqabaa Meesii Doolaara kuma 110’n gurgure
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Liyooneel Meesiin erga ifatti garee Ameerikaa Inter Maayaamiitti makamee, tapha jalqabaa taasisuuf gatiin tikkeetii seensa Istaadiyeemii dabaluun himameera.
Dhaabbata Tikkeettii gurguru tokko…
Atleeti Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu Fiigicha Daayimandii Liigii Poolaandi injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Fiigichaa Daaymandi Liigii 8ffaa Poolaand Magaalaa Siileesiiyaatti gaggeeffameen Atileet Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu injifachuu danda’aniiru.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaan…
Luusiiwwan gita isaanii tapha deebiin injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Dubartoota Ityoophiyaa Luusiiwwan tapha deeBiin gita isaanii Chaad 4 fi 0 injifataniiru.
Olompikii Kubbaa Miilaa Dubartootaa 2024 Zoonii Afrikaa calallii marsa…
Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har'a Kootidivaaritti ifoomeera.
Ityoophiyaan Ijipti, Burkinaafaasoo, Jibuutii, Giinii Bisaawuufi Seeraaliyoon waliin ramadamuu…
Adaamaan Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Dorgommii Madaallii Guddattoota Oromiyaan Magaalli Adaamaa Godina Jimmaa 2-0n injifachuun Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta'eera.
Dorgommiin Madaallii Guddattoota Oromiyaa Umrii waggaa17…
Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera.
Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan garichaa Fireew Hayilamikaa’eel har’a miidiyaaleef…