Ispoortii
Shaampiyoonaan dorgommii Teekwaandoo Finfinneetti eegale
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaan kilabootaa Teekwaandoo 2015 Finfinnee ispoortessitoota 500 hirmaachisee eegalame.
Dorgommii Shaampiyoonichaan Kilaboonni 45 akaakuuwwan damee ispoortichaa 12’n koorniyaa lamaanuun kan hirmaatan ta’uun eerameera.
Waliigalaan ispoortessitootaa 500 akka hirmaatan ragaan biiroo…
Read More...
Atleet Yaalemzarfi fiigicha meetira kuma 10 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Atleet Yaalemzarfi Yewahalaw fiigicha meetira kuma 10 Afrikaa Kibbaa magaalaa Darbaanitti fiiggame injifatteerti.
Fageenyicha daqiiqaa 30 fi sekondii 46 xumuruun injifatteerti.
#Oromia #Ethiopia…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Amboo Goal FIFA Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa dubartootaan Kilabiin Amboo Goal FIFA Dabra Maarqos goolii 5-1'n injifachuun Shaampiyoona bara 2015 ta'eera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan…
Tajaajilli tola ooltummaa akka cimu deeggarsa barbaachisu ni taasiifna – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Tajaajilli tola ooltummaa dargaggoota biratti aadaa ta'aa dhufe akka cimu deeggarsa barbaachisu ni taasiifna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Feestivaalli Ispoortii mata…
Kilabiin Abdii Sulultaa Liigii 1ffaa Ityoophiyaatti guddate
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaan Kilabiin Abdii Sulultaa Mangee Belashaangul injifachuun Liigii 1ffaa Ityoophiyaatti guddateera.
Taphni sa'aa idilee 1-1 qixaan…
Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartoota Amboo Gooal FIFAn gara Liigii Olaanoo Ityoophiyaa 2016tti guddate
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartoota Amboo Gooal FIFAn Kilaba Paayileetii Sidaamaa injifachuun liigii Olaanoo Ityoophiyaatti guddateera.
Kilabichi tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota…
Atileet Ganzabeen fiigicha maaraatoonii walakkaa Antiriim Kosti irratti akka hirmaattu beeksiste
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Atileet Ganzabee Dibaabaan figicha maaraatoonii walakkaa Ayerlaandi Kaabaa Antiriim Kosti irratti akka hirmaattu beeksiste.
Atileet Ganzabeen, gama miidyaa hawaasummaa isheen akka beeksistetti,…