Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Niwuukaastiil waliin taphatu ni eegama

Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC) - Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’uu, Astoon Viilaan Nootiingihaam Forest,Biraayitan Evartan, Kiristaal Paalaas Barnileey, akkasumas Maanchiisteer Yuunaayitiid Fuulhaam…
Read More...