Ispoortii
Liyooneel Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin lakkoofsise 100 caale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa duraanii Baarseeloonaa fi PSG yeroo ammaa Liyoonel Andireen Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin galche 100 caale.
Meesiin tapha gareen Biyyaalessaa Arjentiinaa Odola Kaaribiyaanii waliin taphachuun gooli 7 fi 0n injifateerrattii goolii 3 galchuun garichaaf waliigala…
Read More...
Ityoophiyaa 2 – 3 Giinii
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Gulaallii waancaa Afrikaaf taphni deebii Ityoophiyaa fi Giinii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Giiniin xumurameera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Giinii goolii 3 fi 2n Garee Kubbaa Miilaa…
Atleet Madinaa Isaa dorgommii Dubartootaa meetira kuma 5 injifatte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Atleet Madinaa Isaa dorgommii 'dursa Dubartootaaf' jedhuun Finfinneetti qophaa'e fageenya meetira kuma 5 injifatteerti.
Atleet Tsiggee Gabrasalaam sadarkaa 2ffaan xumurteerti.
Kantibaan Magaalaa…
Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Leenjisichi jijjiirama barbaaddamu fiduu hindandeenye jedhamuun gaggeeffamuu…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee biyyaalessaaf yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa biyyattiif yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesseera.
Ga’eessi umrii waggaa 38 Roonaaldoon…
Meesut Ooziil tapha kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Taphataan sarara gidduu garee Biyyaalessa Jarman Meesut Ooziil tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksiseera.
Ga’eessi umrii waggaa 34 Meesut Ooziil Kilaba Kubbaa Miilaa Jarman Shaalk 04 tapha kubbaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisaa fi Tarkaanfii eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisa gabaabaa, giddu galeessaa, Meetira kuma 3, Tarkaanfii fi akaakuuwwan biroon Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaatti eegalameera.…