Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ispoortessaan Garramawu Damboobaan boqote

Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Ispoortessaa beekamaan Biskileetaa Garramawu Damboobaa umrii waggaa 90ffaatti du’aan addunyaa kanarraa boqoteera. Garramawu Damboobaa dhibee mudateen yaalamaa turuun guyyaa kaleessaa boqochuun ibsameera. Garramawu Damboobaa Ityoophiyaa bakka bu’uun Olompiikii Meelboorni irratti dorgommii Ispoortii…
Read More...

Astoon Viilaa 2 – 4 Arsenaal

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa liigichaatti deebi'e. Tapha har'a waaree booda kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffameen Arsenaal Istaadiyeemii Viillaa…