Ispoortii
Taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Liiverpuul keessummeessu hawwiin eegama
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoonni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Feyenoord – Intermiilaan waliin taphata.
Halkan sa’aatii 5:00 eegalee morkiin PSGn Kilaba Ingiliiz Liiverpuul waliin taasisu xiyyeeffannoo argateera.…
Read More...
Tapha moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni darbii Maadriid hawwiin eegama
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Taphni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Kilab Biraagaan - Astoon Viilaa waliin taphata.
Halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Atileetoonni Itiyooophiyaa fiigicha Maaraatoonii Tookiyoo injifatan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Atileetoonni Itiyooophiyaa koorniyaa lamaaniinuu fiigicha Maaraatoonii Tookiyoo injifataniiru.
Dorgommii Dubartoota gidduutti dorgomame Atilee Suutumee Asaffaan sa'aatii 2:16.31 xumuruun yoo…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo Tigraay magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira.
Dorgommicha Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileet Koomaandar…
Luusiiwwan tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Marsaa itti aanuuf darban
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaan marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Luusiiwwan tapha gita isaanii Ugaandaa waliin har'a Finfinneetti…
Luusiwwan tapha deebii gulaallii Waancaa Afrikaan har’a gita isaanii Ugaandaa waliin taphatu
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha deebii ni taphata.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liiverpuul Niwuukaasiil keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni har’a Liiverpuul Niwuukaasiil keessummeessu xiyyeeffannoo argateera.
Sagantaa torbee 27ffaa kanaan har’a taphoonni 5 kan taphataman…