Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti torbee lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti torbee lamaaf gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurameera.
Shaampiiyoonaan Wal dorgommii Ispoortii Aadaa Oromiyaa marsaa 28ffaa feestivaala agarsiisa aadaa 13ffaa Godina Shawaa Kibba Lixaa fi Bulchiinsa magaalaa Waliisootti qophaa'e guyyoota 14'f…
Read More...
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa dorgommii Chaanii al ta’e
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa eda Liibiyaa waliin taphateen goolii 3 fi 1n injifatameera.
Gareen biyyaalessa Liibiyaa dursee dorgomichaa ala ta'uus Ityoophiyaa…
Taphni Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture olaantummaa Magaalaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Dorgommiin Kubbaa Miilaa Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture injifannoo kilaba Magaalaa Dodolaan xumurameera.
Dorgommii kilaboota Oromiyaa liigii 1ffaa guyyoota 20'f…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har'a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti sa'aatii 9:30 eegalee taphatamu ni eegama.
Piriimayeer liigichaan har'a taphoonni 6 kan taphatamu yoo ta'uu, taphni…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa waliin ni taphata
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Aljeeriyaatti taphatamaa jiruun gareen Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa waliin ni taphata jedhame.
Tapha har’aa kana…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa tapha Aljeeriyaa waliin qabuuf ofitti amanamummaa gaariirratti…
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa tapha har'a Aljeeriyaa waliin taphatuuf ofitti amanamummaa gaariirratti kan argamu ta’uu leenjisaan garichaa Wubatuu Abaateen ibsan.
Garichi har'a tapha 2ffaa ramadichaa…
Fiigicha walakkaa maaraatoonii Hiiwustaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa maaraatoonii Ameerikaa Hiiwustanitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Fiigicha walakkaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Li’uul Gabrasillaaseen yoo injifatu, kan…