Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphni Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture olaantummaa Magaalaa Dodolaan xumurame

Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Dorgommiin Kubbaa Miilaa Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture injifannoo kilaba Magaalaa Dodolaan xumurameera. Dorgommii kilaboota Oromiyaa liigii 1ffaa guyyoota 20'f bulchiinsa magaalaa Roobeetti taphatamaa ture kanaarratti kilaboonni 12 hirmaataniiru. Qabxii waliigalaatiin…
Read More...