Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 11ffaan taphni Niwuu Kaastiil Arsenaal, Tootanhaam Cheelsii waliin taphatan akkaan eegama

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 11ffaan boru waaree boodaa eegalee ni taphatama. Taphoota Torbee 11ffaa kanaan taphni Sambata duraa sa’aatii 1:30 eegalee Niwuu Kaastiiil Arsenaal, Wiixata halkan sa’aatii 4:00 eegalee Tootanhaam Cheelsii waliin taphatan jaalattoota kubbaa miilaan akkaan…
Read More...