Ispoortii
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a Moorookoo fi Faransaay waliin falmatu
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a taphni Moorookoo fi Faransaay gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee bakka buutuun Ardii Afrikaa Moorokoon, bara 2018 shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa kan turte Faransaay waliin morkii cimaa taasiftiin eegama.…
Read More...
Kirooshiyaa fi Arjantiinaan sa’aatii 4:00’tti taphatu
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Taphaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a halkan sa’aatii 4:00 irratti Kirooshiyaa fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.
Tapha har’a galgalaa kanaan Arjantiinaan Liyooneel…
Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota gara Dohaatti imalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota Garee Biyyaalessaa Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti imalchiisuuf ta’uu beeksiise.
Daandiin Qilleensaa ‘Eer Maarook’ jedhamu har’a akka…
Waancaa Addunyaa 22ffaan walqabatee Leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Leenjisaan garee biyyaalessaa Ingiliiz Gaareez Saawuzgeetis murtoo…
Faransaay walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Faransaay Ingiliiz injifachuun tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarteerti.
Faransaay goolii 2 fi 1n Ingiliiz injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf darbuu dandeesseerti.…
Moorokoon walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Moorokoon Poorchugaal injifachuun seenaa keessatti biyya Afrikaa tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarte taateerti.
Moorokoon goolii 1fi 0n Poorchugaal injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni Nuusa Xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har'a taphoonni Nuusa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee Moorookoon Poorchugaal waliin walakkaa xumuraaf darbuuf falmiin taasiisan ni eegama.…