Ispoortii
Arjentiinaan tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Arjentiinaan rukkuttaa adda bahiinsaan Neezarlaand injifachuun tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarteerti.
Taphni sa'aatii idilee fi dabalataa goolii lama qixa xumuramuun Arjentiinaan rukkattaa adda bahiinsaan goolii 4 fi 3 Neezarlaand injifachuun tapha Walakkaa xumuraaf dabarteerti.…
Read More...
Kirooshiyaan Biraaziliin Injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan rukuttaa adda ba'iinsaa 4 fi 2’n Biraaziliin injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha Waancaa Addunyaa 22ffa tapha nuusa xumuraa har’a gaggeeffamuu eegaleen, tapha Biraazilii fi…
Bunni Ityoophiyaa leenjisaa isaa Tamasgeen Daannaa gaggeesse
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Ityoophiyaa leenjisaa isaa Tamasgeen Daannaa gaggeessuu ifoomse.
Kilabichi qabxii gadi aanaa galmeessaa dhufuu hordofee Leenjisaa Tamasageen gaggeeffamuu isaanii ibsameera.…
Leenjisaan Garee Biyyaalessaa Ispeen Luwiis Enariikeen leenjisummaa isaaniirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Leenjisaan Garee Biyyaalessaa Ispeen Luwiis Enariikeen leenjisummaa isaaniirraa gaggeeffamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ispeen beeksise.
Ispeen tapha waancaa Addunyaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun…
Eedan Hazaardi garee biyyaalessa Beeljiyeem keessaa ba’uu beeksiise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Eedan Hazaardi Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Beeljiyeem keessaa ba’uu ifoomseera.
Taphataan Kilaba Riyaal Maadridii fi garee Biyyaalessaa Beeljiyeem Eedan Hazaardi biyyattiin Waancaa Addunyaa 22ffaa…
Moorookoon Waancaa Addunyaan biyya Afrikaa jalqabaa marsaa nuusa xumuraaf darbite taate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa moo’atanii darbuu marsaa nuusa xumuraa Moorookoofi Ispeen gidduutti taphatame injifannoo Moorookoon xumurameera.
Taphichaan Moorookoon rukuttaa adda bahiinsaan goolii 3fi 0…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni Moorokoon Ispeen waliin taphattu eegamaa jira.
Akkasumas galgala…