Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Tootenhaam keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Tootenhaam keessummeessu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 jalqabee taphni darbii Kaaba Landan Arsenaal Tootenhaam keessummeessu xiyyeeffannoo argateera.
Kilaboonni lamaan taphoota hanga ammaatti waliin taphatan 196 keessaa…
Read More...
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gimbiin Leeqaa injifate
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaa har’a taphatameen Bulchiinsi Magaalaa Gimbii Kilaba Leeqaa injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:00 eegalee Istaadiyeemii Wallaggaatti…
Yuunaayitiid Arsenaal injifate
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha FA marsaa 3ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal injifateera.
Sa'aatiin idilee galchii 1 qixa xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Yuunaayitiid galchii 5 fi fi 3n Arsenaal injifateera.…
Dorrgommiin Shaampiyoonaa Guddattootaa Oromiyaa 9ffaan magaalaa Baatuutti eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Dorgommiin madaallii leenjii guddattootaa 9ffaan qopheessummaa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaan magaalaa Baatuutti eegalameera.
Shaampiyoonaa kanarratti Ispoortessittoonni Godinaalee,…
Falmii Waancaa FA Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid gidduutti taasiifamu
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Waancaa FA'n Ingiliiziin taphni har'a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu ni eegama.
Tapha marsaa 3ffaa FA'n morkiin sa'aatii 12:00 eegalee kilaboota lamaan gidduutti taasiifamu…
Shaggaritti Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Festivaala Aadaa marsaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Shaampiyoonaan dorgommii Ispoortii Aadaa fi Festivaala Aadaa marsaa 2ffaan gaggeeffamuu eegaleera.
Dorrgommiin Ispoortii Aadaa fi Festivaala Aadaa kun Kutaa Magaalaa…
Taphni xumuraa Eelkilaasikoo har’a Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Eelkilaasikoo Waancaa Suppar Kaappii Ispeeniin falmiin har'a Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin Saa'ud Arabiyaatti taasisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa…