Ispoortii
Kirooshiyaan Jaappaaniin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Kiroosiyaan rukuttaa adda bahiinsaan 3 fi 1’n Jaappaan injifachuun tapha nuusaa xumuraaf darbarte.
Gareewwan lameen morkii cimaa gaggeessaniin, daqiiqaa 90 keessatti walqixa 1 fi 1’n ba’anis daqiiqaa 30 dabalamuun taphatanis goolii walirratti lakkoofsisuu hindandeenya.
Rukuttaa addaa bahiinsaa (Peenaalitii)…
Read More...
Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan taphni har’a Jaappaan Kirooshiyaa waliin taasiiftu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’aan Jaappaan Kirooshiyaa, Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu.
Bakka buutoonni Eeshiyaa lamaan taphni har’a nuusa xumuraaf darbuuf gaggeessaan ni…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan olaantummaa Kilaba Atileetiksii Buraayyuun…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Torbee tokkoof Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 11ffaan Injifannoo Kilaba Atileetiksii Buraayyuun xumurameera goolabameera.
Kilabni Atileetiksii…
Faransaay Poolaandiin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Faransaay 3 fi 1’n Poolaandiin injifachuun tapha nuusa Xumuraaf dabartetti.
Istaadiyamii Altuumaamitti taphaa Farnsaayii fi Poolaandi gidduutti taphatameen taphataa Oliviyeer Jiiruu goolii tokko,…
Atileet Amanee Bariisoo fi Lattasanbat Giday fiigicha maaraatoonii Vaaleenshiyaa injifatan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Atileet Amanee Bariisoo fi Lattasanbat Giday Fiigichaa Maaraatoonii Vaalaanshiyaa injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii Ispeen Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen Atileet Amanee Bariisoo sa’aatii 2fi daqiiqaa…
Tapha nuusa xumuraaf taphni Seneegaal fi Ingiliz ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa itti fufee taphatamaa jiruun guyyaa har’aa tapha nuusa xumuraaf morkii Seneegaal taasiftu dabalatee taphoonni lama ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala sa’aatii 12:00…
Tapha Waancaa Addunyaan Neezarlaand biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan Neezarlaand Ameerikaa injifachuun biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taateerti.
Neezarlaandii fi Ameerikaan tapha moo'atanii darbuu Waancaa Addunyaa jalqabaa har'a…