Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Astoon Viilaan Liiverpuul keessummeessu ni eegama

Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Astoon Viilaan Liiverpuul waliin taphatu ni eegama. Astoon Viilaan Kilaba Waancaa Liigichaa bara kanaa fudhachuuf falmachaa jiru Liiverpuulitti qormaata cimaa ta’uu akka danda’u tilmamameera. Taphoota hanga ammaatti taphatameen…
Read More...

Liiverpuul 2 – 1 Woolviis

Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin Liiverpuul Woolviis injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaa har'a waaree booda sa'aatii 11:00 eegalee taphatameen…