Ispoortii
Kaay Haavartiiz dorgommii waggichaan alaa ta’uu akka danda’u eerame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Lammiin Jarmanii fi taphataan sarara gidduu Kilaba Arsenaal Kaay Haavartiiz miidhama irra ga’een dorgommii waggichaan alaa ta’uu akka danda’u eerameera.
Shaakalaa taasisuuf kilaba isa waliin gara Duubaay kan imale taphatichi miidhama maashaa isaarra ga’een hanga xumuraa bara dogommichatti kilaba isaa…
Read More...
Taphni Evertanii fi Liivarpuul gidduutti taphatamu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiziin taphni Evertan Liivarpuul waliin taphatu hawwiin eegama.
Tapha Darbiiwwan Marsiisaayid taphatan kanaan dursaan liigichaa Liivarpuul halkan sa'aatii 4:30 irraa…
Taphoonni moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Taphoota moo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a eegaluun morkiin Maanchiister Siitiin - Riyaal Maadriid waliin taasiisu ni eegama.
Taphoonni moo’anii darbuu kun…
Shaampiyoonaan Ispoortii tapha Guutuu Aanaalee Godina Jimmaa 31ffaan eegalame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Ispoortii tapha Guutuu Aanaalee Godina Jimmaa 31ffaan Magaalaa Jimmaatti eegalameera.
Shaampiyoonan kun gosoota Ispoortii 11'n Gurraandhala 3 - 18/2017 taphatama jedhame.…
Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha mana keessaa meetira 800 injifatte
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha mana keessaa meetira 800 Faransaay Magaalaa Meezitti fiigame injifatte.
Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa 1:58.97 xumuruun injifachuu ragaan Atileetiksii…
Taphoota Laaligaa Ispeeniin taphni har’a Riyaal Maadriid Atileetikoo Maadriid keessummeessu ni…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 23ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Atileetikoo Maadriid keessummeessu ni eegama.
Taphni darbii Maadriidi kun har'a halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee Istaadiyeemii…
Adaamaa 0 – 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaan Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa Buna Sidaamaa waliin qixa bahe.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Adaamaa fi Buna Sidaamaa…