Ispoortii
Gabaaf Dhiyaachuu Kilaba Kubbaa Miilaa Cheelsii
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) –Abbaan qabeenyaa kilaba Cheelsii Roomaan Abraamoovich kilabicha gurguruuf mootummaa Ingiliz waliin waliigaleera.
Biliyeenerri lammii Raashiyaa abbaan qabeenyaa Cheelsii marii mootummaa Ingiliz waliin dhimma kilabichaarratti xiyyeeffachuun taasisaniin yeroo gabaabaa keessatti akka gurguratan eeyyama argachuun…
Read More...
Taphoonni Priimayeer Liigii Ityoophiyaa sababa tapha garee biyyaaleessan yeroo 3ffaaf adda cite
\Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Taphoonni Priimayeer Liigii Ityoophiyaa sababa tapha gareen biyyaaleessaa gita isaa Koomooroos waliin qabuun yeroo 3ffaaf adda citeera.
Taphoonni marsaa jalqabaa xumuramuu hordofee sagantichi…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ‘JIZ’ waliin waliigaltee mallateessa
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaan dhaabbata Misoomaa Jarman ‘JIZ’ waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 10 mallateesseera.
Waliigaltichi Giddugala Leenjii Taphaa fi sadarkaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18 gadii magaalaa Asallaatti eegalame.
Shaampoyoonichi magaalaa Asallaa istaadiyeemii magariisa…
Waldorgommiin Ispoortii Dubartoota Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Ispoortii Dubartootaa Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegaleera.
Sagantaa dorgommii Ispoorti dubartootaa kana Hoggantuun Biiroo Dhimma Dargaggoo fi Ispoorti Oromiyaa Aadde…
Maanchuriyaan Darbii 187ffaa
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kilaboonni magaalaa Maanchisteer,Maanchisteer Siitiifi Maanchisteer Yuunayitid yeroo 187ffaaf galgala kana daqiiqaawwan 90'f miira kubbaa miilaan waraana Raashiyaafi Yuukireen irraanfachiisuu…
Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf dhiyaateera.
Kitaabni fakkeenyummaa bulchiinsa gaarii mootichaafi gooticha Urjii Jaarraa…