Ispoortii
Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Gaambiiyaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Giinii fi Gaambiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Gaambiyaan xumurameera.
Goolii Barroow daqiiqaa 71ffaarratti galcheen Gaamiyaan goolii 1 fi 0n Giinii injifatteerti.
Biyyi ummata xiqqoo Afrikaa Gaambiyaan marsaa itti aanutti darbuu…
Read More...
Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame.
Tapha har'a Zaanzibaaritti gaggeeffameen Gareen kubbaa miilaa dubartootaa…
Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Qaamoleen Ityoophiyaan nagaa miti jechuun olola oofan odeeffannoo sobaa ta’uusaa mirkaaneessuurra darbee…
Shaapiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli Aadaa Oromiyaa guyyoota 10f turu Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee, Magaalaa Sandaafaatti eegalamuu Biiroon Dargaggootaa fi Ispoortii naannoo…
Aljeeriyaan tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura marsaa jalqabaa galgala kana taphatameen Ayvoorii Koosti Aljeeriyaa yoo injifattu Ikuwaatooriyaal Giiniin Seraa Liyoon injifatteerti.
Ayvoorii Koosti…
Preezdaant Saahilawarq garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka Wilchariirratti hirmaataan jajjabeessaaniiru.
Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf kan gaggeessituu dorgommi…
Taphoota Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Naayijeeriyaa fi Gibtsi morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura halkan kana taphatameen Naayijeeriyaan Giinii Bisaw yoo injifattu, Gibtsi Sudaan injifatteerti.
Naayijeeriyaan goolii 2 fi 0n Giinii Bisaw, Ijibti ammoo…