Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Buurkiinaafaasoo 1 – 1 Ityoophiyaa 

Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa ramaddiin xumuraa har'a Buurkiinaafaasoo Ityoophiyaa gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurame. Goolii  Siiriiyil Baayyaalaan daqiiqaa 25ffaa irratti Burkiinaafaasoof, Geetaanah Kabbadaa daqiiqaa 51ffaarratti Ityoophiyaaf galchaniin taphichi goolii 1 qixaan xumurameera. Kaameeruunii…
Read More...

Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan

Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame. Biyyi Afrikaa Lixaa Naayijeeriyaan olaantummaa taphaa…