Ispoortii
Al Hilaal Waliigaltee Neemaar Juuniyer adda kute
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Kilabni Saa’ud Arabiyaa Al Hilaal Waliigaltee Kontiraataa taphataa Cimaa Biraaziil Neemaar Juuniyer waliin qabu adda kutuu beeksiseera.
Neemaar Juuniyer gatii olaanaan gara Liigii Piroo Saa’ud Arabiyaatti jijjiiramus, waggaa lama keessatti Al Hilaaliif taphoota 7 taphachuun galchii 1 qofa lakkoofsise jedhame.…
Read More...
Dorgommiin Ispoortii Aadaa 30ffaa fi Feestivaalli Agarsiisa aadaa Shaashamanneetti Eegale
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) – Dorgommiin Ispoortii Aadaa 30ffaa fi Feestivaalli Agarsiisa aadaa 17ffaan Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti eegaleera.
Dorgommii Ispoortii Aadaa fi feestivaala…
Atileet Maartaa Alamaayyoon fiigicha meetira kuma 3 riikkardii fooyyessuun injifatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Atileet Maartaa Alamaayyoon dorgommii fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Kaazaakiistaan Magaalaa Astaanitti fiigame riikkardii fooyyessuun injifatte.
Atileet Maartaan fageenyicha daqiiqaa 8 fi…
Feestivaalli Ispoortii Barattoota Yuuniversiitiwwanii eegale
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Waggoottan torban darbaniif adda citee kan ture Feestivaalli Ispoortii Barattoota Yuuniversiitiwwanii har'a Finfinneetti eegaleera.
Feestivaalli kun eegaluun faayidaan isaa guddaa ta'uu Ministirri…
Liiverpuul, Arsenaalii fi Niwuukaasiil morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Liiverpuul, Arsenaalii fi Niwuukaasiil morkattoota isaanii injifataniiru.
Liiverpuul galchii 4 fi 1n Ipisiiwiich, Niwuukaasiil galchii 3 fi 1n Saawuuz…
Boru taphni Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni boru Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu hawwiin eegama.
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Boru waaree boodaa…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan taphni har’a Beenifikaan Baarseloonaa fi Atileetikoo Maadriid Leeverkuusan waliin taasiisan ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee…