Ispoortii
Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti mata duree #No More#' jedhuun geggeeffamaa jira.
Fiigichichi simannaa diyaaspooraa kun fiigicha Kiiloomeetira 10 yoo ta’u miseensa diyaaspooraa kan hirmaachisedha.
Sagantichaan mariin hawaasa diyaaspooraa fi daawwannaan Paarkiiwwan Indaastirii ni…
Read More...
Taphoota waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Taphoota waancaa Afrikaa 33ffaa galgala har'aa gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii yoo injifatan, Seeneegaala Giinii waliin qixa baate.
Moorokoon Koomoroos 2 fi 0n, Maalaawwiin…
Federeeshinichi atileetota duula birmadummaarratti hirmaataniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa atileetota duula birmadummaarratti hirmaataniif beekamtii kennuu ibsame.
Federeeshinichi yaa’ii idilee waliigalaa 25ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.…
Kaameeruun 4 – 1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan Ityoophiyaa fi Kaameeruun gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.
Daawwaa Waxxeesan Ityoophiyaaf daqiiqaa 4ffaarratti goolii tokko galchuus…
Har’a galgala Waaliyaawwan gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatu
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Har’a galgala gareen biyyoolessaa Ityoophiyaa gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatuun eegama.
Qopheessummaa Kaameeruunin gaggeeffamaa kan jiru Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaata kan jiru gareen…
Tuuniziyaa 0 – 1 Maalii
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan har’a Tuuniziyaa fi Maalii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Maaliin xumurameera.
Ibraahiimaa Kooneen daqiiqaa 48ffaa irratti goolii tokko Peenaalitiin lakkoofsiseen…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi yoo injifattu, Aljeeriyaa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa Afrikaa har'a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi 1 fi 0n yoo injifattu, Aljeeriyaa fi Seeraaliyoon goolii malee qixa ba'aniiru.
Halkan kana sa'aatii 4:00 irraa eegalee…