Ispoortii
Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aadaa 27 magaalaa Ficheetti eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Shaampiyoona Ispoortii aadaa 27 godina Shawaa Kaabaa magaalaa Ficheetti eegaleera.
Waldorgommii Ispoortii Aadaa kanarratti tapha baniinsa kan taasisaan Aanaa Kuyyuu fi aanaa Yayyaa Gullallee Ispoortii qilleetini 1 fi 1n walqixa bahuun jalqabameera.
Waldorgommiin Ispoortii kana kan adda…
Read More...
Ityoophiyaa 0 – 1 Keeppi Vardee
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa 33ffaa Ityoophiyaa fi Keeppi Vardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Keeppi Vardeen xumurameera.
Taphni eegalamee daqiiqaa 9ffaa irratti Yaareed Baayyeen kaardii diimaa…
Kaameeruun 2 – 1 Burkiinaa Faasoo
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Taphni baniinsaa waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameerunii fi Burkiinaa Faasoo gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.
Gustaavoo Saangareen daqiiqaa 24ffaa irratti goolii 1 galchuun…
Gareen kubbaa Miillaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa Miillaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irratti ni taasisa.
Garichi garee gitasaa Keeppi Verdee waliin kan taasisu ta’uu…
Waancaan Afrikaa 33ffaan har’a Kaameeruunitti ni eegala
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Waancaa Afrikaa 33ffaa bara kana gaggeeffamuun biyyoonni 24 ramaddii 6'tti qoodamanii waliin morkatu.
Taphattoonni liigoota gurguddoo biyyoota Awurooppaa keessatti maqaa gaarii qaban kanneen akka:-…
Gareen Kubbaa Biyyaalessa Ityoophiyaa boru tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa Keeppi Vardee waliin ni…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Leenjisaan olaanaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Wubatuu Abaatee fi dursaan garicha Geetaanehi Kabbadaan qophii garichaa fi haala waqtaawaa ilaalchisee ibsa laataniiru.
Garee gaarii…
Dorgommii Fiigichaa Xaaliyaaniitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Dorgommii Fiigichaa qaxxaamura biyyaa Xaaliyaaniitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Dorgommichaan Atileet Daawwit Siyyumii fi Yihuunee Addisuu 1ffaa ba’uun injifataniiru.
Dorgommii…