Ispoortii
Feestivaalli Ispoortii Aadaa Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti eegale
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gosa Ispoortii 10 dorgomamu Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti eegaleera.
Ispoortiin aadaa bu’uura Ispoortii ammaayyaa ta’uu isaan kunuunsuu fi jajjabeessuun murteessaa ta’uu Hoggantuun Biiroo Aadaa, Aartii fi Turizimii magaalaa Finfinnee Dooktar Hiruu…
Read More...
Sochiin Ispoortii hawaasa Diyaaspooraa fi waldaalee Ispoortii magaala Finfinnee hirmaachise…
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) - "Hirmaannaan Diyaasporaa Injifannoo Biyyoolessaatiif " mata duree jedhuun Sochiin Ispoortii hawaasa Diyaaspooraa fi waldaalee Ispoortii Magaalaa Finfinneetti geggeeffame.
Itti aanaa Kaantiibaa…
Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 5 gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa riikkardii cibsuun…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 5 gaggeeffameen Atleet Barrihuun Aragaawii fi Atleet Ijjigaayyoo Taayyee riikkardii fageenyichaa fooyyeessun injifatan.
Fiigicha fageenya Kiiloo Meetira 5 guyyaa…
Ityoophiyaa 3 – 2 Sudaan
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michoomaa Garee biyyaalessa Sudaan waliin taasiiseen goolii 3 fi 2 injifateera.
Gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaa 33ffaa…
Magaalaa Finfinneetti sosochiin qaamaa fi imalli miilaa gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sagantaan sosochii ga'umsa qaamaa fi imalli miilaa mata duree 'Daandiin namaaf' jedhuun gaggeeffameera.
Saganticha Biiroon Dargaggootaa fi Ispoortii Ejansii Manaajmantii magaalaa…
Ummanni Ityoophiyaa marti isin faana jira – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Garee kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf bakka keessummooni kabajaa argamanitti gaggeessan taasiifameera.
Sirnicharratti Ministira…
Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Kaameeruunitti imaluuf gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf gaggeessan taasiifameera.
Gaggeessaa galgala kana Hoteela Iskaay Laayitiitti…