Ispoortii
Kiristiyaanoo Roonaaldoon lakkoofsa haatrikii isaa 58 geessise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Taphataan sarara Fuulduraa lammii Poorchugaalii fi Kilaba Maanchister Yuunaayiitid Kiristiyaanoo Roonaaldoon jaarraa kana keessa taphataa haatriikii olaanaa lakkoofsise adda duree ta’uun itti fufeera.
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa guyyaa Kaleessa Poorchuugaal Luugzambarg waliin taphatte…
Read More...
Afrikaa Kibbaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Gita isaa Afrikaa Kibbaan injifatameera.
Tapha gulaallii Waancaa addunyaa har'a Afrikaa Kibbaa Istaadiyeemii FNBtti gaggeeffameen gareen biyyaalessa…
Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1’n xumurame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014(FBC)-Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1'n xumurameera.
Waaliyaawwan Baafana Baafanaarratti olaantummaa taphaa agarsiisanis kubbaa gara galchiitti…
Gareen kubbaa miillaa Waaliyaa Gulaallii Waancaa addunyatif boruu ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen Biyyaalessa kubbaa miillaa Ityoophiyaa Waaliyaan gulaallii sadaffaa Waancaa addunyatiif guyyaa boruu Magaalaa Baahir Daaritti garee kubbaa miillaa Afrikaa Kibbaa waliin kan taphatu ta’uu…
Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Baahir Daariin galuu ibsameera.
Garichi tapha gulaallii waancaa addunyaaf garee biyyaalessaa Ityoophiyaa waliin guyyaa boruu taasisuuf Baahir Daariin galuu…
Atileet Sisaay Lammaa Maraatoonii Landaan injifate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Atileet Sisaay Lammaa dorgommi Maraatoonii dhiiroota 2021 har’a Landaanitti gaggeeffamee injifateera.
Atileetichi saa’aatii 2 daqiiqaa 4 fi seekoondii 1 irratti seenuun injifateera.
Maddi:-WORLD…
Atileet Qaalkidaan Gazzaany rikkardii addunyaa meetira kuma 10 fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Dhalattuun Ityoophiyaa Atileet Qaalkidaan Gazzaany Jeeneevaatti figiicha meetira kuma 10 gaggeeffameen rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.
Atileettittin 29:38 seenuunii rikkardicha kan fooyyeesite.…