Ispoortii
Atileet Qaalkidaan Gazzaany rikkardii addunyaa meetira kuma 10 fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Dhalattuun Ityoophiyaa Atileet Qaalkidaan Gazzaany Jeeneevaatti figiicha meetira kuma 10 gaggeeffameen rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.
Atileettittin 29:38 seenuunii rikkardicha kan fooyyeesite.
Maddi:-WORLD ATHLETICS
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar galeera.
Gareen kunis tapha Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Dubartoota Ityoophiyaa waliin Roobii…
Maaraatoonii Barliin dhiirootaan Guyyee Adoolaa injifate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa Jarmanitti Maaratoonii Barliin dhiirootaa gaggeeffameen Guyyee Adoolaa sa’aatii 2:05:35 irratti galuun injifateera.
Waldorgommiichaan Atileetiin Keeniyaa Beetiwel Yoogoon 2ffaa kan…
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Ityoophiyaa har’a Ruwandaa…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a dirreen ala Ruwandaa waliin taphata jedhameera.
Waancaa Addunyaa Dubartootaa umrii 20…
Fiigicha walakkaa maaraatoonii Kooppan Haganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Fiigicha walakkaa maaraatoonii Deenmaarki Kooppan Haganitti guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Atleet Amdawarq Waalelinyi daqiiqaa 59 fi seekoondii…
Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa 1 dheerate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Sababa weerara vaayrasii koroonaan Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa tokkoof dheerachuu Federeeshiniin Atleetiksii Addunyaa beeksiise.
Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa…
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Beersoolaanaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Cheensii fi Juuveentus yoo injifatan, Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid injifatamaniiru.
Taphoonni gulaallii marsaa…